Back to Top

Miila Kee Jala Video (MV)




Performed By: Amanuel T Gnorie
Language: English
Length: 5:35
Written by: Amanuel Gnorie
[Correct Info]



Amanuel T Gnorie - Miila Kee Jala Lyrics




Miila kan kee jala ni taa'a
Situu gooftaa anaaf mijata
Ni darba dhuma qaba hundinuu
Jabaadhee si wojjiin jiraadha si hin ganu
Miila kan kee jala ni taa'a
Situu gooftaa anaaf mijata
Ni darba dhuma qaba hundinuu
Jabaadhee si wojjiin jiraadha si hin ganu

1- Ogummaa naaf kenni akka si sodaadhu
Fuula kee afootti dhuugaan haa jiraadhuu
Onnee koo isa keessaan akka si jaaladhuu
Na gargaari gooftaa akka qalbeefadhuu

Hin barbaaduu garanaa garas laaluu
Hin barbaaduu siin ala homtuu na hin tolu
Hin barbaaduu garanaa garas mildhachuu
Hin barbaaduu siin ala homaa hin fedhu

2- Jiruu koo irratti akka ati mootomtuu
Hundumaa caalchisee akka naan boqattuu
Jecha kee dhagahaa keessi koo akka latuu
Hiddaa fi hundeen kan koo akka siin jabaatuu

Hin barbaaduu garanaa garas laaluu
Hin barbaaduu siin ala homtuu na hin tolu
Hin barbaaduu garanaa garas mildhachuu
Hin barbaaduu siin ala homaa hin fedhu

3- Yaada keessa kootii hafuura keetti hidhaa
Yemmuu san jireenyaa fi nagas argadhaa
Si wojjin bulaatiin seera keen jiraadhaa
Hafuura kee keessaan si wojjiin ulfaadha

Hin barbaaduu garanaa garas laaluu
Hin barbaaduu siin ala homtuu na hin tolu
Hin barbaaduu garanaa garas mildhachuu
Hin barbaaduu siin ala homaa hin fedhu
[ Correct these Lyrics ]

[ Correct these Lyrics ]

We currently do not have these lyrics. If you would like to submit them, please use the form below.


We currently do not have these lyrics. If you would like to submit them, please use the form below.


English

Miila kan kee jala ni taa'a
Situu gooftaa anaaf mijata
Ni darba dhuma qaba hundinuu
Jabaadhee si wojjiin jiraadha si hin ganu
Miila kan kee jala ni taa'a
Situu gooftaa anaaf mijata
Ni darba dhuma qaba hundinuu
Jabaadhee si wojjiin jiraadha si hin ganu

1- Ogummaa naaf kenni akka si sodaadhu
Fuula kee afootti dhuugaan haa jiraadhuu
Onnee koo isa keessaan akka si jaaladhuu
Na gargaari gooftaa akka qalbeefadhuu

Hin barbaaduu garanaa garas laaluu
Hin barbaaduu siin ala homtuu na hin tolu
Hin barbaaduu garanaa garas mildhachuu
Hin barbaaduu siin ala homaa hin fedhu

2- Jiruu koo irratti akka ati mootomtuu
Hundumaa caalchisee akka naan boqattuu
Jecha kee dhagahaa keessi koo akka latuu
Hiddaa fi hundeen kan koo akka siin jabaatuu

Hin barbaaduu garanaa garas laaluu
Hin barbaaduu siin ala homtuu na hin tolu
Hin barbaaduu garanaa garas mildhachuu
Hin barbaaduu siin ala homaa hin fedhu

3- Yaada keessa kootii hafuura keetti hidhaa
Yemmuu san jireenyaa fi nagas argadhaa
Si wojjin bulaatiin seera keen jiraadhaa
Hafuura kee keessaan si wojjiin ulfaadha

Hin barbaaduu garanaa garas laaluu
Hin barbaaduu siin ala homtuu na hin tolu
Hin barbaaduu garanaa garas mildhachuu
Hin barbaaduu siin ala homaa hin fedhu
[ Correct these Lyrics ]
Writer: Amanuel Gnorie
Copyright: Lyrics © O/B/O DistroKid


Tags:
No tags yet